Telling time 1:5 – Tokkoof shan 1:15 – Tokkoof ruubii 1:30 – Tokkoof walakkaa (walakkaa = half) 1:35 – Lama digdami shan hir’uu 1:45 – Lama ruub hir’uu 1:50 – Lama kudhan hir’uu When? / What time? – Yoom? / Yeroo kam? Yesterday – Kaleessa The day before yesterday – Dheengadda Today – Har’a Now – Amma Subject pronouns Object pronouns Possessive pronouns I – Ani Me – Ana/Na Mine – Kan koo, Kiyya You – Ati, Isin You – Si, Isin Yours – Kan kee, Keessan He – Inni Him – Isa Hers – Kan ishee She – Isheen Her – Ishee His – Kan isaa We – Nuyi Us – Nuyi/Nu Ours – Kan keenyaa They – Isaan Them – Isaan Theirs – Kan isaanii Prepositions And – f/Fi (“-f” is used as a suffix.) But – Garuu Above (On) – Irra/Irrakeessa/Gubbaa / Gararraa Between – Gidduu Under – Jala / Gajjallaa Before – Ful dura/Fuullee Behind – Booddee / Booda/ Dudduuba / Dugda-duuba , The first two can also mean after Far – Fagoo Near – Dhihoo Besides – Bira/Bukkee In – Keessa Outside – Ala With (together) Wajjin Besides – Malee From – Irraa To – Ittii Greeting How are you? – Akkam?, Jirtaa? , Jirtuu? I am fine – Nagaa, Fayyaa Thanks to God – Waaqayyoon (Rabbiin) haa galatu I am sick – Na dhukkuba Are you better? – Sii wayyaa?, Isinii wayyaa I am better – Naa wayyaa Good morning – Akkam bulte? , Akkam bultan? Good afternoon – Oolmaan akkam?, Akkam oolte? , Akkam ooltan? Good evening – Oolmaan akkam? , Akkam oolte? , Akkam ooltan? Good night – Nagaan(nagaatti) buli, Nagaan(nagaatti) bulaa What are you doing? – Maal hojjetta?, Maal hojjettu? Goodbye – Nagaattii, Nagaan, Jedhi , Jedhaa -Have a good day – Guyyaa gaarii, Nagaan ooli, Nagaan oolaa -Get there safely – Nagaan gali, Nagaan galaa -Come back safely – Nagaan kottu, Nagaan kottaa Family members Family – Maatii Relative – Fira Close relative – Fira dhihoo Far relative – Fira fagoo Grandparent – Akaakayyuu Grandfather – Akaaka Grandmother – Akkoo Father – Abbaa Mother – Haadha/Harmee Husband – Abbaa warraa (Abbaa manaa), Dhirsa (informal) Wife – Haadha warraa (Haadha manaa), Niitii (informal) Maternal uncle – Eessuma Paternal uncle – Wasiilaa Aunt – Adaadaa Kid – Mucaa Kids – Ijjoollee Son – Ilma Daughter – Intala Elderly – Nama Guddaa Old – Jaarsa , Jaartii Neighbor – Ollaa Common words Human – Nama Earth – Lafa Home\ house – Mana Food – Nyaata Drink – Dhugaatii (also refers to alcoholic drinks) Water – Bishaan Tree – Muka Farm – Qonnaa Education – Barumsa School – Mana barumsaa Student – Barataa Teacher – Barsiisaa Car – Konkolaataa, Makiinaa Toilet – Mana fincaanii Good – Baroo, Gaarii Bad – Gadhee No – Lakki, Hi’i, Hi’iyyoo Yes – Eeyyee Never – Gonkumaa Always – Yeroo hundumaa Nothing – Homaa Okay – Tole Please – Maaloo Thank you – Galatoomi, Galatoomaa Small\ a little – Xinnoo Big – Guddaa Well – Sirriitti Mr – Obbo Mrs – Aadde Job \career – Hojii It’s not – Miti Left – Bitaa Right – Mirgaa Body – Dhanna/Qaama Market – Gabaa Shop – Suuqii Clothes – Uffata\ Wayyaa Shoes – Kophee Table – Minjaala Bed – Siree Chair – Barcuma Stool – Dombii Sleep (n) – Hirriba Sleep (v) – Rafuu To see – Ilaaluu/Arguu Listen – Dhaga’uu Go – Deemi , Deemaa , Deemuu( to go) Sit – Taa’uu Stand – Dhaabachuu Parts of body Eye – Ija Nose – Funyaan Cheek – Maddii Jaw – Mangaagaa Ear – Gurra Lip – Hidhii Teeth – Ilkaan Tongue – Arraba Throat – Qoonqoo Neck – Morma Shoulder -Gatiittii/Gurmuu Back – Dugda Hair – Rifeensa Skin – Gogaa Nail – Qeensa Bone – Lafee Joint – Buusaa Blood – Dhiiga Head – Mataa Brain – Sammuu Face – Fuula Forehead – Adda Eyebrow – Nyaara Chest – Laphee Breast – Harma Ribs – Cinaacha Heart – Onnee Lung – Soomba Belly – Garaa Stomach – Garaacha Liver – Tiru Gut – Marimmaan Waist – Mudhii Buttock – Hudduu Arm – Irree Armpit – Bobaa Elbow – Ciqilee Hand – Harka Palm – Barruu Thigh – Sarbaa Knee – Jilba Leg – Luka Heel – Koomee Foot – Miilla, Faana Finger – Quba Animal Dog – Saree Cat – Adurree, Bashoo Chicken – Handaaqqoo, Lukkuu Pig – Booyyee, Karkee Sheep – Hoolaa Goat – Re’ee Camel – Gaala Donkey – Harree, Humaara Horse – Farda Mouse – Hantuuta Ox – Sangaa Cow -Sa’a Calf – Jabbii Monkey – Qalamee Ape – Jaldeessa Bird – Simbirroo, Simbira Bat – Simbira halkanii Dove – Gugee Duck – Daakiyyee Vulture – Alaattii Snake – Bofa Lion – Leenca Tiger – Qerransa Hyena – Waraabessa Elephant – Arba Tortoise – Qocaa Colors Color – Bifa\ Haalluu Black – Gurraacha White – Adii Silver – Daalacha/ Bifa daaraa Red – Diimaa Green – Magariisaa Blue – Gara waaq Yellow – Keelloo Orange – Burtukaanaa Lime – Loomii Brown – Daammii/Bunnii Pink – Dimine Purple – Siddisa