Uploaded by Wendesen legese

tiif2

advertisement
Lakk:
Guyyaa:
Dhaabbata
tiif
B/J
Dhimmi: Caalbaasii murtaa’aa bittaa meeshaalee yaalaatiif oolu akka nuu
guuttan gaafachuu ilaalaa
Akkuma mata duree irratti ibsuudhaaf yaaliin godhametti Hospitaalli Gooroo meeshaalee
yaalaa waliigaltee yeroo gabaabaa keessatti raawwatamuun dhaabbilee daldala dhiyeessa
meeshaalee yaalaa dorgomsiisee bituu
waan barbaaduuf dhaabbileen dhiyeessa meeshaa
yaalaa dorgomuudhaaf fedhii qabdan gatii akka nuu guuttan jechaa:1. Hayyama hojii daldalaa haarofame kan qabu
2. Lakk. TIN dhiyeeffachuu kan danda’uu fi galmaa’aa VAT/TOT kan ta’e caalbaasii murtaa’aa
uunka armaan gadii irratti akka nuu guuttan ni gaafanna.
T.L
Gosoota meeshaalee yaalaa
Safartuu
Gatii tokkoo
Gatii tokkoo
VAT/TOT
VAT/TOT ala
dabalatee
1.
Hemax CBC Machin 330 with Valve
2.
Microscope Olypus cx23
3.
Centrifuge Humax 4k
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
Ibsa
Lakk:
Guyyaa:
Dhaabbata
tiif
B/J
Dhimmi: Qorannoo gabaati gatii meeshaalee yaalaa akka nuu guuttan gaafachuu ilaala.
Akkuma mata duree irratti ibsuudhaaf yaaliin godhametti meeshaalee yaalaa bittaa meeshaalee
yaalaa fuuldura gaggeeffamuuf qorannoo gabaa gaggeessuun barbaachisaa waan ta’eef
dhaabbanni dhiyeessa meeshaa yaalaa keessan gatii gurgurtaa uunka armaan gadii akka
nuuf guuttan ni gaafanna.
T.L
Gosoota meeshaalee yaalaa
Safartuu
Gatii tokkoo
Gatii tokkoo
VAT/TOT
VAT/TOT ala
Ibsa
dabalatee
11.
Hemax CBC Machin 330 with Valve
12.
Microscope Olypus cx23
13.
Centrifuge Humax 4k
14.
15.
16.
17.
18.
19.
20.
Nagaa Wajjin
Download